Posts

Showing posts from June, 2022

Komii Bishaan Washaa

Image
#Komii pirojekiti Bishaan Washaa! Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaatti Jiraattonni Ganda Washaa Pirojektiin Bishaanii hojjatame tajaajila kennuu dhabuu isaatiin rakkoo guddaf saaxilamaa jirrachuu Kominikeshiiniin aanaa Adaabbaa kara fula Fb isaan gabasee jira. Baajata qarshii miliyoon 4 olin Bishaanii kun mana dhunfaa dhufanis isini galaa jedhamee kan ture yoo ta'u waggaa 4 lakkoofsisa jira. Pirojekttin kun hojjatamee qulqulinaa isaa utuu hin mirkneesiin erga walharkaa fudhamee boda guyyaa tokko qofa bishaan bu'ee saana booda ijaa bishaan utuu hin argiin abba kana namni jedhu dhabamee abbaa maalee hafee,uumman bishaan dhabuun rakko hammaata keessa jira. Seenaa adunyaa keessaa pirojekttin hojjatame guyya tokkof qofa hojjate dhabate waan jiru nati hin fakkaatuu. #Komii_Bishaan_Washaa "Warrii mootummaa komii ummaataa akas jechuun deebisan gabasuu.Enyuu rakko kanaf furmataa akka ta'e rabbii guddan haa beeku. Koreen Pirojektii Aanaa Yeroo san turan Pirojektii ka...