Posts

Fuula Addaa

Komii Bishaan Washaa

Image
#Komii pirojekiti Bishaan Washaa! Godina Arsii Lixaa Aanaa Adaabbaatti Jiraattonni Ganda Washaa Pirojektiin Bishaanii hojjatame tajaajila kennuu dhabuu isaatiin rakkoo guddaf saaxilamaa jirrachuu Kominikeshiiniin aanaa Adaabbaa kara fula Fb isaan gabasee jira. Baajata qarshii miliyoon 4 olin Bishaanii kun mana dhunfaa dhufanis isini galaa jedhamee kan ture yoo ta'u waggaa 4 lakkoofsisa jira. Pirojekttin kun hojjatamee qulqulinaa isaa utuu hin mirkneesiin erga walharkaa fudhamee boda guyyaa tokko qofa bishaan bu'ee saana booda ijaa bishaan utuu hin argiin abba kana namni jedhu dhabamee abbaa maalee hafee,uumman bishaan dhabuun rakko hammaata keessa jira. Seenaa adunyaa keessaa pirojekttin hojjatame guyya tokkof qofa hojjate dhabate waan jiru nati hin fakkaatuu. #Komii_Bishaan_Washaa "Warrii mootummaa komii ummaataa akas jechuun deebisan gabasuu.Enyuu rakko kanaf furmataa akka ta'e rabbii guddan haa beeku. Koreen Pirojektii Aanaa Yeroo san turan Pirojektii ka...

Maqaa Gosoota Oromoo ARSII-[Ilmaan SikkooMandoo]

Image
Oromoo qulqulluun gosa hin qabne hin jiru Hub:- Gosa ofii beekuun gosaan wal qoodu miti - ABBAKARA ABAAR-GADA ABBAYYII ABAAY-MANNAA ABBIYYUU ABBOO-ALI ABBUREE ABDOOYYEE ABBOOSA ABOOSARA ABOOJOTA ABOONII ABOONYEE ABROONYEE ABSIILAA ADAAMII ADAMOONYEE ADAMTUU ADAREE ADARSHOO ADULAALA AGAARFAA AJAAMOO AJJUURAN AKKIYYAA ALLAA ALII ALKASOO ALLUJAANA AMAA-LAMA AMAALAGOO AMBEENTUU AMIINYAA AMOONYEE AMUUMAA ANASA ANGEEDDA ARGAMOOYEE ARI’A ARROOJJII ASALLAA/HASALLAA ASALTUU ASALAXXUU ASGALA ASKAALA ASHAMII ASHARAAFA ASHMIIRAA ASHUUTEE ATAABAA ATUCHA AWAANDALLAA AWACHEECHE AWULJANA AYMAROO AYYUUBA — BAABBOO BAADAGOSA BAADABOO BAADOSA BAALLEE BAALLE-TAMBOO BAAMUDA BADII BALEE BAAMMAJJAA BAAMMANNAA BAALLAKASA BARII/BAARII BARBACHOO BEEBEE BEEGOO BIDDIIQA BIDIROOSA BILTUU BIILAA BILDUU BILBILOO BIRBIRAA BIYYAALEE BOCHOROOSA BOQQOJJII BOORANA BULGADUMA BURAARA BUUBUU BASHIIRAA —- CAMACA CAATIMANNAA CAATOO CAWWAA CIIMOO COOFIRA —- DADDINA DAAGULEE DAAGOOYYEE DAALLEE DAMINA DAAYIDAA DANBII DANGE DAA...
Image
1. Namni dogongora isaa muldhisee himatu akka  nama kosii mana keessaa haruuti. 2. Namni namoota injifatu nama cimaadha;namni ofii isaa injifatu immoo nama hundumaa caala. 3. Sammuun kee foddaa ati ittiin addunyaa kana ilaaltu waan ta’eef ;yeroo hunda banaa taasisi. 4. Harri yoo akka ta’utti qabaatti sii galte malee borus hin amanamtu. 5. Biyyi lafaa fi hawwiin isaa hundinuu hin darba.  Namni fedha Waaqayyoo raawwatu garuu barabaraan hin jiraata. 6. Gufuuwwan yeroo rakkinaa nama mudatan akka billaatti qara isaa yoo qabanne nu muru. Qabannoo isaa yoo  qabanne immoo nu fayyada. 7. Qormaata tokko yoo injifatte qormaanni kumaatamaan lakka’aman immoo akkasumatti si baqatu 8. Madooshaan daawwitii ni cabsa sibiila kaan garuu ni qara. 9. Jireenyi kaardiwwn jireenya keessa jiran namaaf kenniti. Ati amma dandeesse kaardiidhuma si ga’een taphachuu qabda.

Gaa’ela Keetti Gammadi

Gaa’ela Keetti Gammadi “Manni ogummaadhaan ijaarama, hubannaadhaanis jabeeffamee in dhaabama.”—FAK. 24:3. 1. Waaqayyo nama jalqabaa ilaalchisee ogummaa qabaachuusaa kan argisiise akkamitti? ABBAAN keenya inni samiifi inni ogeessi wanta nuuf gaarii ta’e beeka. Fakkeenyaaf, Waaqayyo jannata keessatti kaayyoosaa raawwachuuf ‘namichi kophaa isaa ta’uun gaarii akka hin taane’ hubatee ture. Yeroo sanatti kaayyoon Yihowaan abbaa manaafi haadha manaatiif qabu inni guddaan, ijoollee godhatanii akka ‘lafa guutan’ ture.—Uma. 1:28; 2:18. 2. Yihowaan faayidaa ilmaan namootaatiif jecha qophii akkamii godhe? 2 Yihowaan, “kan akka isaatii kan isa gargaartu, ani isaaf nan tolcha” jedhe. Achiis Waaqayyo Addaamitti hirriba cimaa buusuudhaan qaamasaa isa cubbuu hin qabnerraa lafee tokko fudhate. Lafee sanas dubartii godhe. Yihowaan dubartii mudaa hin qabne kana, jechuunis Hewwaaniin garasaatti yommuu fide Addaam akkas jedhe: “Isheen kun lafeen ishee lafee koo keessaa, foon ishees...
Baga nagaan dhuftan ijoollee biyya koo