Gaa’ela Keetti Gammadi
Gaa’ela Keetti Gammadi
“Manni ogummaadhaan ijaarama, hubannaadhaanis
jabeeffamee in dhaabama.”—FAK. 24:3.
jabeeffamee in dhaabama.”—FAK. 24:3.
1. Waaqayyo nama jalqabaa ilaalchisee ogummaa
qabaachuusaa kan argisiise akkamitti?
qabaachuusaa kan argisiise akkamitti?
ABBAAN keenya inni samiifi inni ogeessi wanta nuuf gaarii
ta’e beeka. Fakkeenyaaf, Waaqayyo jannata keessatti
kaayyoosaa raawwachuuf ‘namichi kophaa isaa ta’uun gaarii
akka hin taane’ hubatee ture. Yeroo sanatti kaayyoon
Yihowaan abbaa manaafi haadha manaatiif qabu inni
guddaan, ijoollee godhatanii akka ‘lafa guutan’ ture.—Uma.
1:28; 2:18.

2. Yihowaan faayidaa ilmaan namootaatiif jecha qophii
akkamii godhe?
akkamii godhe?
2 Yihowaan, “kan akka isaatii kan isa gargaartu, ani isaaf nan
tolcha” jedhe. Achiis Waaqayyo Addaamitti hirriba cimaa
buusuudhaan qaamasaa isa cubbuu hin qabnerraa lafee tokko
fudhate. Lafee sanas dubartii godhe. Yihowaan dubartii mudaa
hin qabne kana, jechuunis Hewwaaniin garasaatti yommuu
fide Addaam akkas jedhe: “Isheen kun lafeen ishee lafee koo
keessaa, foon ishees foon koo irraa fuudhame; isheen kun
namattii waan argamteef, ‘namee’ jedhamtee haa
waamamtu!” Hewwaan dhugumayyuu Addaamiin kan
gargaartu turte. Lamaansaanii dandeettiifi amala addaddaa
kan qaban ta’us, mudaa kan hin qabneefi bifa Waaqayyootiin
kan uumaman turan. Yihowaan gaa’ela isa jalqabaa kan
hundeesse akka kanaan ture. Addaamiifi Hewwaan qophii
gaa’elaa wal gargaaruuf isaan dandeessisu kana fudhachuun
isaan hin rakkisne.—Uma. 1:27; 2:21-23.

3. Namoonni hedduun gaa’ela kennaa Waaqayyoo ta’eef
ilaalcha akkamii qabu? Kun gaaffiiwwan akkamii kaasa?

3 Yeroo ammaa hammeenyi addunyaarratti babal’achuunsaa
nama gaddisiisa. Rakkoowwan kana kan fide Waaqayyo miti.
Namoonni hedduun gaa’ela isa kennaa Waaqayyoo ta’e akka
waan yeroon itti darbeetti, akkasumas abdii kutachuufi walitti
bu’iinsaaf akka nama saaxilutti ilaaluudhaan qophii kana akka
tuffatan argisiisu. Namoota gaa’ela qaban keessaa
baay’eensaanii wal hiiku. Ijoolleen jaalala kan hin arganne
ta’uusaaniirrayyuu, haatiifi abbaan yeroo wal lolan inni tokko
isa kaanirraa faayidaa argachuuf ijoolleetti fayyadamu ta’a.
Haatiifi abbaa hedduun, nagaafi tokkummaa uumuuf jechallee
tole jechuu hin barbaadan. ( 2 Xim. 3:3 ) Yoos yeroo rakkisaa
kana keessatti gaa’ela ofiitti gammaduun kan danda’amu
akkamitti? Garraamummaan gaa’elli akka hin diigamne eeguuf
ga’ee akkamii qaba? Namoota yeroo ammaatti
gaa’elasaaniitti gammaduudhaan fakkeenya ta’anirraa
barumsa akkamii arganna?
Qajeelfama Yihowaatiif Guutummaatti
Ajajamuu

4. (a) Phaawulos fuudhaaf heeruma ilaalchisee qajeelfama
akkamii kenne? (b) Kiristiyaanonni ajajamoo ta’an qajeelfama
Phaawulos kenne hojiirra kan oolchan akkamitti?

4 Phaawulos dubartoonni abbaan manaa irraa du’e lammata
heerumuu yoo barbaadan ‘nama amanetti heerumuu’ akka
qaban geggeessaa hafuura qulqulluutiin qajeelfama kenneera.
(1 Qor. 7:39 ) Seerri kun Kiristiyaanota amantii Yihudii
hordofaa turaniif yaada haaraa hin turre. Seerri Waaqayyoo,
Israa’eloonni saboota naannoosaaniitti argamaniifi
Waaqayyorraa fagaatanii wajjin ‘akka hin soddoomne’ kan
dhowwu ture. Yihowaan seera bu’uuraa kenname kana
cabsuun balaa akkamii akka qabu ibsa dabalataa kenneera.
“Kanaa achi isaan ilmaan kee waaqayyolii biraaf akka
hojjetaniif Waaqayyo biraa in deebisu, dheekkamsi Waaqayyoo
si irratti in boba’a, dafees si balleessa.” (Kes. 7:3, 4)
Yihowaan dhimma kana ilaalchisee tajaajiltootasaa yeroo
ammaatti argamanirraa maal eega? Namni Waaqayyoon
tajaajilu tokko, hiriyaa gaa’elaa godhachuu kan qabu ‘nama
amane’ jechuunis nama Yihowaadhaaf of murteessee
cuuphameefi Yihowaa waaqeffatu qofa ta’uu akka qabu
beekamaadha. Hiriyaa gaa’elaa yommuu filannu qajeelfama
Yihowaa kana tole jennee fudhachuun keenya
barbaachisaadha.

5. Yihowaanis ta’e Kiristiyaanonni wal fuudhan waadaa
gaa’elaatiif ilaalcha akkamii qabu?
gaa’elaatiif ilaalcha akkamii qabu?
5 Waadaan gaa’elaa Waaqayyo biratti qulqulluudha. Ilma
Waaqayyoo kan ta’e Yesus gaa’ela jalqabaa caqasuudhaan,
“Waan Waaqayyo walitti qabsiise, namni gargar hin baasin!”
jedheera. (Mat. 19:6 ) Faarfatichi wareegni ykn waadaan akka
laayyootti kan hin ilaalamne ta’uusaa akkas jechuudhaan nu
yaadachiisa: “Waaqayyoof galata aarsaa godhii dhi’eessi,
wareega kees [abbaa] isa hundumaa gararraaf baasi!” (Far.
50:14) Kaadhimoonni lamaan gara fuulduraatti gammachuu
kan argatan ta’us, waadaan guyyaa cidhaatti galan akka
laayyootti kan hin ilaalamneefi itti gaafatamummaa kan
isaanitti fidudha.—Kes. 23:21.

6. Fakkeenya Yiftaarraa maal barachuu dandeenya?
6 Waa’ee Yiftaa isa Dh.K.D. jaarraa 12ffaatti Israa’el keessatti
abbaa firdii ta’ee tajaajilaa turee ilaali. Akkas jechuudhaan
Yihowaadhaaf waadaa gale: “Ati dhugumaan warra Amoon
kana harka koo keessa yoo buufte, ani immoo yeroon
nagaadhaan achii deebi’ee dhufu, waanuma duraan dursee
ana simachuudhaaf balbala mana koo keessaa gad ba’u siif
nan kenna; qalma gubamu godhees siif nan dhi’eessa.” Yiftaan
gara manasaa isa Miisphaatti argamutti yommuu deebi’u,
duraan dursitee isa simachuudhaaf kan baate intalasaa ishee
tokkittii ta’uushee yommuu hubate waadaa gale sana
cabseeraa? Hin cabsine. Yiftaan, “Ani Waaqayyo duratti afaan
kootiin waanan dubbadhe qaba; isa dhiisuus hin danda’u”
jedhe. (Abo. 11:30, 31, 35) Yiftaan kana gochuunsaa, namni
maqaasaatiin waamamu akka hin jiraanne kan godhu ta’uyyuu
waadaa Yihowaadhaaf gale eegeera. Waadaan Yiftaan gale
waadaa gaa’elaaf galamurraa adda ta’uyyuu, Kiristiyaanonni
abbaa manaafi haadha manaa ta’an waadaa galan eeganii
jiraachuu akka qaban fakkeenya gaarii ta’a.

Gaa’elli Milkaa’aa Akka Ta’u Kan Gargaaru
Maalidha?
Maalidha?
7. Namoonni dhi’ootti wal fuudhan sirreeffamawwan akkamii
gochuu qabu?
gochuu qabu?
7 Abbootiin manaafi haadhotiin manaa hedduun yeroo itti wal
qoratan gammachuu guddaadhaan yaadatu. Nama gara
fuulduraatti hiriyaa gaa’elaasaanii ta’u beekuunsaanii baay’ee
isaan gammachiiseera! Yeroo baay’ee waliin dabarsuunsaanii
caalaatti walitti isaan dhiheesseera. Haata’u malee,
gaa’elasaanii dura wal qorachuudhaan yeroo dheeraa
dabarsanis dabarsuu baatanis, abbaa manaafi haadha manaa
yommuu ta’an sirreeffama gochuun isaan barbaachiseera.
Abbaan manaa tokko akkas jechuudhaan dubbateera: “Yeroo
jalqaba wal fuunetti rakkoon keenya inni guddaan waa’ee
nama lamaa yaaduu dadhabuu ture. Yeroo xinnoodhaaf walitti
dhufeenya hiriyoota keenyaafi maatiiwwan keenyaa wajjin
qabnu sirriitti eegnee jiraachuun nu rakkisee ture.” Abbaan
manaa waggoota 30f gaa’ela keessa ture tokko, fuudhee
baay’ee utuu hin turin ilaalcha sirrii qabaachuuf “akka nama
lamaatti yaaduun” barbaachisaa ta’uusaa hubatee ture. Afeerrii
isaa dhihaate tole jechuusaa ykn waadaa tokko galuusaa dura
ishee erga mariisisee booda wanta lamaansaaniiyyuu
gammachiisu tilmaama keessa galchuudhaan murteessa ture.
Haala akkasii keessatti garraamii ta’uun faayidaa qaba.—
Fak. 13:10.

8, 9. (a) Ifatti waliin mari’achuun barbaachisaa kan ta’e
maaliifi? (b) Akka haalasaatti jijjiirama gochuun faayidaa kan
qabu karaawwan kamiini? Maaliif?

8 Yeroo tokko tokko namoonni aadaa addaddaa qaban wal
fuudhuu danda’u. Ifatti mari’achuun keessumaa yeroo kanatti
barbaachisaadhaa. Akkaataan itti mari’atan garaagara ta’uu
danda’a. Akkaataa hiriyaan gaa’elaa keessan firootasaa wajjin
itti mari’atu hubachuun keessan, akka gaariitti isa beekuuf isin
gargaaruu danda’a. Yeroo tokko tokko yaada nama tokkoo kan
mul’isu wanta namni sun dubbatu utuu hin ta’in akkaataa inni
itti dubbatudha. Utuu namichi hin dubbatinillee waa’eesaa
waan baay’ee hubachuun ni danda’ama. (Fak. 16:24; Qol. 4:6 )
Gammachuu argachuuf hubannaa qabaachuun baay’ee
barbaachisaadha. —Fakkeenya 24:3 dubbisi.

9 Hojii yeroo boqonnaatti hojjetamuufi bashannana filachuu
ilaalchisee, namoonni baay’een akka haalasaatti jijjiirama
gochuun barbaachisaa ta’uusaa ni amanu. Hiriyaan
gaa’elaakee wal fuudhuu keessan dura ispoortiiwwan ykn
bashannanawwan addaddaatti yeroo kan dabarsu/dabarsitu
ta’uu danda’a/eessi. Amma sirreeffama tokko tokko gochuun
ni barbaachisaa laata? (1 Xim. 4:8 ) Firoota ofii wajjin yeroo
dabarsuu ilaalchisees gaaffiin wal fakkaatu ka’uu danda’a.
Abbaan manaafi haati manaa dhimmoota hafuuraafi
sochiiwwan garabiraa waliin raawwachuuf yeroon akka isaan
barbaachisu beekamaadha.— Mat. 6:33 .

10. Tole jechuun warraafi ijoolleesaanii warra hiriyaa gaa’elaa
qaban gidduu walitti dhufeenyi gaariin akka jiraatu kan godhu
akkamitti?

10 Dhiirri tokko yommuu fuudhu, abbaafi haadhasaa dhiisa;
dubartiinis akkasuma. (Uumama 2:24 dubbisi. )

Abboommiin Waaqayyo abbaafi haadha ofii kabajuun barbaachisaa ta’uusaa
ilaalchisee kenne yeroo kamittiyyuu hojiirra kan ooludha.
Kanaafuu, dhiirriifi dubartiin tokko erga wal fuudhanii
boodallee, darbee darbee warraafi soddootasaanii wajjin
yeroo dabarsuunsaanii hin oolu. Abbaan manaa waggaa 25f
gaa’ela keessa ture tokko akkas jechuudhaan dubbateera:
“Darbee darbee wanta hiriyaan gaa’elaa fedhuufi wanta isa
barbaachisu, wanta warra ofii, obboloota ofiifi soddoota ofii
barbaachisuu wajjin wal simsiisuun ulfaataadha. Dhimma
kanaaf furmaata gaarii kennuuf Uumama 2:24rratti
hundaa’anii murteessuun gaarii ta’uusaa hubadheera. Namni
tokko miseensota maatiisaatiif amanamaa ta’uuf itti
gaafatamummaa kan qabu ta’us, caqasni kun dura hiriyaa
gaa’elaakootiif amanamaa ta’uu akkan qabu na
hubachiiseera.” Akka kanaan, Kiristiyaanonni tole jedhaniifi
ijoolleensaanii gaa’ela qaban, itti gaafatamummaa abbaan
manaa maatiisaatiif qajeelfama kennuuf qabu ni kabaju.

11, 12. Abbaan manaafi haati manaa qayyabannaa maatiifi
kadhannaa gochuunsaanii barbaachisaa kan ta’e maaliifi?

11 Yeroo hundumaa qayyabannaa maatiitiif barsiifata gaarii
qabaachuunis barbaachisaadha. Muuxannoon maatii
Kiristiyaanotaa hedduun, kun dhugaa ta’uusaa mirkaneessa.
Qayyabannaa akkasii qabaachuun ykn utuu walirraa hin kutin
gochuun salphaa miti. Mataan maatii tokko akkas
jechuudhaan dubbateera: “Gara duubaatti deebinee wanta
tokko sirreessuu kan dandeenyu utuu ta’ee, yeroo wal fuunee
jalqabee barsiifata gaarii qayyabannaa maatii gochuuf nu
gargaaru sirriitti hordofna turre.” Itti dabaluudhaanis: “Haati
manaakoo dhugaawwan Macaafa Qulqulluu qayyabannaa
keenyarraa arganne tokko tokkotti gammaduushee arguunkoo
anaaf eebbadha.”

12 Wanti barbaachisaa ta’e kaanimmoo kadhannaadha. (Rom.
12:12 ) Abbaan manaafi haati manaa tokko ta’anii yommuu
Yihowaa waaqeffatan, walitti dhufeenyi gaariin Waaqayyoo
wajjin qaban tokkummaa gaa’elasaanii keessatti qaban isaanii
cimsuu danda’a. ( Yaq. 4:8 ) Abbaan manaa Kiristiyaana ta’e
tokko akkas jedheera: “Dogoggora hojjetametti dafanii
dhiifama gaafachuufi wantoota xinnoo warra kaan aarsuu
danda’anillee kadhannaa waliin godhamurratti ibsuun,
dogoggora uumameef garaadhaa akka gaddan karaa itti
argisiifamudha.”— Efe. 6:18 .

Hiriyaa Gaa’elaa Keessaniif Garraamota Ta’aa
13. Phaawulos saalqunnamtii gaa’ela keessatti raawwatamu
ilaalchisee gorsa akkamii kenneera?
ilaalchisee gorsa akkamii kenneera?
13 Kiristiyaanonni wal fuudhan, gochawwan walitti
dhufeenyasaanii mancaasan, jechuunis wantoota biyya lafaa
saalqunnamtiidhaaf maraate kana biratti fudhatama qaban
raawwachuurraa fagaachuu qabu. Phaawulos dhimma kana
ilaalchisee gorsa akkas jedhu kenneera: “Abbaan manaa
jaalalaan haadha manaa isaa bira haa ga’u, haati manaas
jaalalaan abbaa manaa ishee bira haa geessu. Haati manaa
abbaa manaa ishee malee, dhagna ishee akka jaallatte gochuu
hin dandeessu; abbaan manaas akkasuma haadha manaa isaa
malee, dhagna isaa akka jaallate gochuu hin danda’u.” Achis
Phaawulos akkas jechuudhaan qajeelfama ifa ta’e kenneera:
“Yeroo itti kadhataaf of kennuudhaaf walii galtan irraa kan
hafe, wal bira ga’uu wal hin didinaa.” Sababiisaa yeroo ibsu
akkas jedheera: “Isa booddee of qabuu dadhabuu keessan
irraa kan ka’e immoo, Seexanni isin qoruudhaaf karaa akka
hin argannetti, deebitanii wal bira in geessu.” (1 Qor. 7:3-5 )
Phaawulos waa’ee kadhannaa caqasuudhaan wanta
Kiristiyaanonni dursa kennuufii qaban ibseera. Haata’u malee,
Kiristiyaanonni hiriyaa gaa’elaa qaban hundi, wanta qaamaafi
miira hiriyaa gaa’elaasaaniitiif barbaachisu gochuuf qophaa’oo
ta’uu akka qabanis ifa godheera.

14. Saalqunnamtii gaa’ela keessatti raawwatamuu wajjin haala
wal qabateen, seerawwan bu’uuraa Caaffata Qulqullaa’aa
hojiirra oolchuun kan danda’amu akkamitti?

14 Abbaan manaafi haati manaa ifatti waliin mari’achuu kan
qaban yommuu ta’u, karaa kanaan gara laafina argisiisuu
dhiisuunsaanii rakkina akka uumu hubachuu qabu. (Filiphisiiyus
2:3, 4 dubbisi; Maatewos. 7:12 ilaali.) Rakkinni kun, yeroo
lamaansaanii keessaa inni tokko Dhugaa Baatuu hin taanetti
darbee darbee akka mul’atu mirkanaa’eera. Waldhabiinsi yoo
uumamellee, yeroo baay’ee inni Kiristiyaana ta’e amala
gaariidhaan, gaarummaafi walii galteedhaan hamma ta’e
rakkina kana salphisuu danda’a. ( 1 Phexros 3:1, 2 dubbisi. )
Yihowaafi hiriyaa gaa’elaatiif jaalala qabaachuufi yeroo sirrii
ta’etti tole jechuun, saalqunnamtii wajjin haala wal qabateen
gaa’ela gargaaruu danda’a.

15. Ulfina walii kennuun gaa’ela gammachiisaa qabaachuuf
kan gargaaru akkamitti?
kan gargaaru akkamitti?
15 Karaa garabiraas, abbaan manaa gaarii ta’e tokko haadha
manaasaa ni kabaja. Fakkeenyaaf, dhimmoota
xixinnoorrattillee miirashee tilmaama keessa galcha. Namni
waggaa 47f abbaa manaa ta’e tokko, “Karaa kana ammayyuu
barachaan jira” jechuudhaan dubbateera. Haadhotiin manaa
Kiristiyaanota ta’anis abbootii manaasaaniitiif ulfina akka
kennan gorfamaniiru. (Efe. 5:33 ) Abbootii manaasaanii kan
hadheessaniifi warra kaan duratti dogoggorasaanii kan
dubbatan yoo ta’e, kun akka isaaniif ulfina kennan hin
argisiisu. Fakkeenyi 14:1 akkas jechuudhaan nu yaadachiisa:
“Dubartoonni ogeeyyiin hundinuu mana isaanii in ijaaru, warri
gowwoonni garuu, harka isaaniitiin mana ofii isaanii in diigu.”

Diiyaabilosiif Tole Hin Jedhinaa
16. Abbaan manaafi haati manaa Efesoon 4:26, 27
gaa’elasaanii keessatti hojiirra oolchuu kan danda’an
akkamitti?
gaa’elasaanii keessatti hojiirra oolchuu kan danda’an
akkamitti?
16 “Yoo aartan iyyuu aariin keessan gara cubbuutti isin hin
geessin! Utuma aariitti jirtaniis aduun isin duraa hin lixin!
Seexanaaf karaa hin kenninaa!” (Efe. 4:26, 27 )

Jechoota kana hojiirra oolchuun keenya, walitti bu’iinsa gaa’ela keessatti
uumamu hiikuuf ykn dhabamsiisuuf nu gargaara. Obboleettiin
tokko akkas jetteetti: “Rakkina uumame tokko hiikuun sa’aatii
dheeraa kan nutti fudhatu ta’us, dhimmi ani abbaa manaakoo
wajjin mari’adhee hiikuu hin dandeenye na mudatee hin
beeku.” Akkuma wal fuudhaniin, waldhabiinsa isaan gidduutti
uumame utuu hin hiikin guyyaa tokkollee akka hin dabarsine
murteessanii turan. “Rakkinni akkamiiyyuu yoo uumame, walii
dhiisuufi irraanfachuuf, akkasumas guyyaa isa ittaanu haala
haaraadhaan jalqabuuf murteessine.” Kana gochuudhaan
Seexanaaf karaa kennuu didaniiru.

17. Namoonni wal fuudhan hiriyaan gaa’elaasaanii akka
isaaniif hin taane yeroo itti dhaga’amuttillee maaltu isaan
gargaaruu danda’a?

17 Nama siif hin taanee wajjin gaa’ela yoo hundeessite maal
gochuu qabda?
Walitti dhufeenyi keessan akka warra kaanii
jaalalarratti akka hin hundoofne sitti dhaga’amuu danda’a.
Yeroo kanattillee ilaalcha Uumaan gaa’elaaf qabu
yaadachuunkee si gargaaruu danda’a. Phaawulos geggeessaa
hafuura qulqulluutiin Kiristiyaanotaaf gorsa akkas jedhu
kenneera: “Gaa’elli hundumaa biratti ulfina-qabeessa haa ta’u,
ciisichi gaa’elaas hin xureeffamin! Waaqayyo warra halalee fi
ejjituutti faraduuf jira.” ( Ibr. 13:4 ) Jechoonni, “Fo’aan dachaa
sadiin walitti fo’ame dafee hin citu” jedhanis akka laayyootti
kan ilaalaman miti. (Lal. 4:12) Abbaan manaafi haati manaa
qulqullina maqaa Yihowaatiif kan yaadan yoo ta’e, walii
wajjinis ta’e Waaqayyoo wajjin hariiroo cimaa ni qabaatu.
Kana gochuunsaanii Yihowaa isa gaa’ela hundeesseef ulfina
kan fidu ta’uusaa beekuudhaan gaa’ellisaanii akka milkaa’u
carraaqqii godhu.— 1 Phe. 3:11 .

18. Gaa’ela ilaalchisee maal argachuun akka danda’amu
mirkanaa’aa ta’uu dandeessa?
mirkanaa’aa ta’uu dandeessa?
18 Kiristiyaanonni gaa’elasaaniirraa gammachuu argachuu ni
danda’u. Kana argachuunis carraaqqiifi amaloota
Kiristiyaanotarraa eegamu argisiisuu kan gaafatu yommuu
ta’u, isaan keessaa inni tokko tole kan jedhan ta’uudha. Yeroo
ammaatti gumii Dhugaa Baatota Yihowaa addunyaa maratti
argamutti, abbootiin manaafi haadhotiin manaa hangana hin
jedhamne kana gochuun akka danda’amu argisiisaniiru.

Madda:- intarneetii irraa
Comments
Post a Comment